Ezekiel 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan jed'e, Namicha, anini sagale worri Yerusalemu argatu iraa kuta. Nami achi keesa tau, ato sagaleefi bisaani qusatu, yaadae gaargala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkana naan jedhe, «Ilma namaa! nyaanni worra Yerusaalemiitii dhiyaatu akka dhaabatu godha; baniin achi jiraatan maruu sodaatanii shukula'aa waan nyaataniif waan dhugan qusata'aa akka nyaata'aa dhugan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle, anaan, «Ilma namaa! Kunoo, ani sagalee Yerusaalemiif dhikaattu irraa hin kuta. Isaan yaaddo'oon guutamanee, sagalee madaalli'iin nyaataa, bisaan qusataa hin unan.