Ezekiel 4:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri sagaleefi bisaanile d'abe, maro daba ufitifi ufi jibbaate, akanumati raawata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan buddeenaa fi bisaan dhugan dhaban; kanaafuu abdii kutatanii ija keessa wol laalan; sababaa yakki isaanitti guddatuuf nafti isaanii hin huqqata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka isaan sagale'ee fi bisaan dhabanuuf, wol ilaalanee akka isaan rifatanuuf, sababa yakkaa ifiitiif gad deebi'anee akka isaan badanuuf, tana hin godha.