Ezekiel 4:5 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bara worri Israa'elii cubbuu hojjate baay'inna guyya'aa sii murteesseera; guyyaan tokko waan woggaa tokkooti jechu'u; kanaafuu ati guyyaa dhibba sadihii fi sagaltamaa cubbuu worra Israa'elii baadhatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka laakkossa woggaa Israa'elooti cubbuu hujjaneetitti, guyyoota laakkowee sii hin kenna. Tanaaf, guyyaa dhibba sadii fi sagaltama cubbuu Israa'elootaa hin ba'atta.