Ezekiel 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo tana hobaaftele akuma worri Yuda ganna afurtama gaargala agarte, gama mirgaati garagali, bulti afurtama garagali, ch'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga waan kana gooteen maayessa cinaacha kee ka mirgaatitti gara galtee ciiftee haga guyyaa afurtamaa yakka worra Yihuuda'aallee hin baadhatta; kunillee adabbii ani wogga wogga'aan isaan adabuun wol qixa jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tana fixxe, yennaa lammeesso'oo cinaacha middaa irratti guyyaa afurtama irkattee, cubbuu Yihudootaa hin ba'atta. Cubbuu woggaa tokko tokkootiif, guyyaa tokko tokko akka irkattu ani murteesseera.