Ezekiel 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga marsitini dira kana marsani tunini dabartuti aka atini gama tokoleti gara ingalle anini haadani si hid'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hennaan isiin itti marfamte sun raawwatutti akka ati cinaacha kaanii gara cinaacha biraatitti gara hin galle haadaan si hidha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga guyyaan marfama keetii sun fixamutti, cinaacha kaan irraa gara cinaacha kaaniititti akka ati gara hin galle ani wodaro'oon si hin hidha.