Ezekiel 40:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni d'iibu mirgaafi bitaatifi kara jiddu deemule wolti biime, d'eerinni isi d'und'uma diddami shani tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa balbala seensaa dudda duuba kutaa hara itti baafatan tokko irraa jalqabee haga dudda duuba kutaa hara itti baafatan ka lammeesso'oo dhaaba manaa irraa jalqabee haga dhaaba manaa kaanii bikkee ciqilee diddamii shanii akka ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni karra san qaccee dhaaba kolloo eeddotaa tokko irraa gara duubaatiin haga qaccee dhaaba kolloo eeddotaa ta gara kaaniititti ciqilee diddamii shan mike.