Ezekiel 40:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Karaani jiddu mana suni keesa deemu haguma balbala moga tanaati eje, balabala moga taaniti eja, d'eerinni isaa d'und'uma shantama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheerinni wol bira lufaniin balbala seensaatii jalqabee haga balbala gad bayaniinii ciqilee shantama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seensuma karraa fuula duraa kaasee haga soroo seensumaa qaccee isi'ii ta gara keessaatitti ciqilee shantama.