Ezekiel 40:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iibufi dinqi mana suni ch'ufti boro duubani deresha qaba. Kutani d'iibu taani jiddu jirtu ch'ufti gole qabdi. Kuta garaa keesa moga karaati aantu, waan aka meet'i jira, ta irati boch'ani barreesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaan hara itti baafataniitii fi naannofni utubaa gara keessaatii fi foddaa hedduu fi golgaa faaya bareedaa gara garaatiin midhaaffame qaba; kutaan gara dhumaa sunniinillee gara keessaatiin foddaa hedduu naannaya ufiitii qaban; utubaa hedduu ka dhaaba manaa irra akka bifa mukkiin meexxi'iititti tolchaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kollooti eeddotaa gara maraan akkuma soroo seensumaa middaa fi bita'aan foddaa dhidhiphoo qaban; foddaan adaala sanii marti karra seensumaa fuula dura jiran; utuboota irra fakkii muka meexxi'iititti jiraayyu.