Ezekiel 40:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani balbala dinqa taani keesani na bahe fulla, naabotini na d'ufe. Ammalle mana sodoma naabo suni moga alaatini iti mat'ansani jaarani. Maneeni suni dura d'akha qarrisani naqani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichi gara bayima itti bayanii na fide; naannaya bayima itti bayanii dhagaa afamee fi kutaa heddutu jira; dhagaa afame san afoo kutaawwan soddomatu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara badhinna dalleya keessaa ka gara alaa na geesse. Kunoo, kollootaa fi dhakaa afametti adaala badhinna dalleya keessaa san jiraayyu. Dhakaa afameeru san fuula dura kolloota soddomatti jiraayyu.