Ezekiel 40:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
naabo suni ch'ufaani marsani. Naaboni alaa tunini gabaabate naabo garaa keesa jalaa buuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan afame haga bayima itti bayanii gaya; bayimni itti bayan ka keessaa irra diqqa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan afameeru ka jalaa karra seensumaatiin wol qabatee hujameera; badhinni isaalle haguma dheerinna karra sanii ti.