Ezekiel 40:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
daayya keesa lafa Israeli na geese gaara d'eera ira na d'aabe. Anini ufi durati maneeni heddu dira fakaatu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhataan gara biyya Israa'elii na fidee gaara tokko irra na dhaabe; achitti manniin akka qachoota gaara irratti ijaaramanii fakkaatu gaarraniin gara kibbaatitti arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mudhii Waaqaatiin gara lafa Israa'elii na geessee, gaara akka malee dheeraa tokko irra na dhaabbachiise. Wonni akka ijaarsa qacha'aa jiru tokko gara kibbaatiin gaara san irra jiraayyu.