Ezekiel 40:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi kaani ammalle fullo mirgaa, ta naabo alaatini seenani biime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun dallawa balbalaa ka gara bayima itti bayanii ka kolba gara kaabaatiin jiruu bikke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni karra gara kaabaatitti jirtu, ta fuullee badhinna dalleya keessaa ka gara alaa dheerinnaa fi badhinna isi'ii mike.