Ezekiel 40:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo naabo ala taanaani seenani ta garaa keesati taakani, fullo aka fullo ilaboru taaniti jira. Namichi kaani fullo tana lamaani jiddu biime, biimani isii d'und'uma d'ibba toko taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballi akka balbala gara baya biiftu'uutiin jiruu kolba gara kaabaatiin gara bayima itti bayan ka keessaatiin ol nama seensisa; namichi balbala tokkoo haga balbala kaanii yoo bikku ciqilee dhibba ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma karra karaa aduun baatuu, karri karaa kaabaatitti jirtu, ta fuullee badhinna dalleya keessaa ta gara keessaalle jirti; karra tokko irraa haga karra taaniititti yennaa inni mike ciqilee dhibba teete.