Ezekiel 40:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fulloti jira, ta naabo keesatini seenani. Namichi kaani Fullo tana lamaani jiddu biime, biimani isii d'und'uma d'ibba toko taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballi dallawaa ka biraa ka bayima itti bayan ka gara keessaa nama fidu hin jira; namichi sun bayima itti bayan keessa lufee haga badhinna balbala lammeesso'oo bikke; sunillee ciqilee dhibba ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinni dalleya keessaa ka gara keessaa karra gara kibbaatitti fuula galteertu qaba; inni karra san irraa jalqabee haga karra gara kibbaa ta gara alaa mikee, ciqilee dhibba teete.