Ezekiel 40:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi ammalle fullo ilaborutini oli naa seene, naabo keesatini na d'aqe. Inni fullo naabo suni biime, biimani isiileeni qit'uma fullo naabo taani taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun kolba balbala dallawa gara baya biiftu'uutiin gara bayima itti bayan ka keessaa na fide; inni balbala dallawaa yoo bikku hanni isaa haguma kaawwanii ta'ee arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa ka karaa aduun baatuu na geessee, karra san mike. Isiille karra dhibi'iin woluma qixxee teete.