Ezekiel 40:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dinqi isiileeni naabo alaati fuula deefata. Kuta karaati aantu ch'ufa waan aka meet'i irati boch'ani barreesani. Faano saddeetifi jira, ta balbala fullo sunitini olkorani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaan seensaa bayima itti bayan ka diidaatiin wol laala; utubaawwan dhaaba manaa irra gara lamaaniitiinuu fakiiwwan muka meexxi'ii irratti kaasaniiran; isaan kortoowwan ittiin ol bayan saddeet qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Soroon isi'ii gara badhinna dalleya keessaa ka gara alaa fuula galtee, utuboota isi'ii ka gara lamaanittuu irra fakkii muka meexxi'iititti jira; karaan ittiin ol yaabanu yaabbannoo saddeeti qaba.