Ezekiel 40:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naabo alaa suni garaa keesa, mana tokoti jira, ka fullo naabo keesa taaniti mat'ansani jaarani. Mani kunini dinqa naabo ala taaniti fuula deefate eja, duuba achiti hori gubani sorio baasani ch'ufa d'iqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaan biraallee ka balbala dallawa gara keessaatiin kolba bayima itti bayan ka gara diidaatiin wol qabatetu jira; kutaan sun balbala biraa ka bayima itti bayan ka gara seensaatiin ol nama seensisu qaba; foon horii ciinca'aaf dhiyaatuu achitti dhiqama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Soroo karra karaa kaabaa ta gara keessaa bira kolloo balbala qaddu ta kennansi gubamu itti dhiqamutti jiraayyu.