Ezekiel 40:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dinqa suni keesa mesa afuriti jira, mesa suni lama lamaani moga moga d'ad'aabani. Mesa kana irati hori sorio qalanifi ka gubani baasanifi ka sorio dabaani ufi iraa baasani baasanifi, hori sorio gati baasani ch'ufa qalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kolba kutaa seensaa bita'aa fi mirgaan xarapheessaa lama lamatu jira; xarapheessaa sanniin irra horii waan cubbu'uutiif ciincaa yakkaatii fi ciincaa gubatuuf dhiyaatutu irratti qalama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Soroo san keessa xarapheessaan lama lama cinaa lamaanuu ka kennansi gubamu, kennansi sababa cubbu'uutiif dhikaatuu fi kennansi sababa yakka'aatiif dhikaatu irratti qalamu jiran.