Ezekiel 40:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi suni waan nani jed'e, Namicha laali, ch'aqasi, waan anini si agarsiisu kana ch'ufa aka dansaa hubad'i. Wonti armaani si d'ufanifi tana; duuba waan agartu ch'ufa worra Israeliti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun akkana naan jedhe, «ati ilma namaa! sababaan akka ati garana dhuftu ta'eef waan ani sitti mudhisu maraa akka hubattuuf waan ta'eef xiinxallii laali; seeraan caqasii waan argite maraa banii Israa'elii marattuu himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun anaan, «Ee ilma namaa! Ila teetiin ilaali; gurra keetiin dhage'i; qalbii teetille waan ani sitti mudhisu kana mara irra keyadhu; wonni ati as dhutteef, akka ani waan kana sitti mudhisu waan teeteef, waan dhaggite mara kolbaa Israa'eliititti himi» jedhe.