Ezekiel 40:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qota mesa suni ch'ufa waan hohookiti iti naqani, ka ch'ufa d'eerinni taaku toko. Fooni sorio qalani ch'ufa mesa kana ira naqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan meeshaa irra kaayu'uuf nama fayyadu ka badhinni isaa taakkuu tokkootii fi kololee mana keessaan dhaaba manaa irratti maxxansanii ijaaraniiran; xarapheessaa sanniin irra foon ciinca'aa kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hookkoti qaccee lamaa ka dheerinni tokko tokkoo isaanii taakkuu tokko tokkoo naannoo dhaaba mana dhaka'aa san mara irratti dongoramaneeran; xarapheessota san foon kennansaaf dhikaatutti irra keyama.