Ezekiel 40:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni naabo keesatini na d'ufe. Naabo tana keesa mana lamati jira; toko, ka d'aatu fullo mirga jiru, bita fuula deefata, kaani d'ibileeni ka d'aatu fullo bita jiru, fuula mirga deefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichi sun na fuudhee gara bayima itti bayan ka keessaa na fide; achi keessa kutaawwan lamatu jira; kutaawwan sanniin keessaa tokko balbala dallawa gara kaabaatiin gara kibbbaa laala; ka lammeesso'oo ammo cinaa balbala dallawa gara kibbaatiin gara kaabaa laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa keessa, karra keessaatiin ala kolloota lamatti jiraayyu; takkattiin cinaa karra karaa kaabaa gara kibbaa fuula galtee, takkattiin cinaa karra kibbaa gara kaabaa fuula galteerti.