Ezekiel 40:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi waan nani jed'e, mani bita fuula deefatu kunini ka qaalole Mana Waaqa keesa hojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun akkana naan jedhe, «kutaan gara kibbaa hulee gadootaa ka mana woyyu'uu keessatti haa tajaajilaniif baalliin kennameefitu itti hara baafata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni anaan, «Kolloon karaa kibbaa fuula galteertu tun ta hayyoota itti gaafatantoota hujii Galma Waaqaa keessa ti;