Ezekiel 40:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle mani mirga fuula deefatu ka qaalole fulla waan sorio irati qalani hojattu. Qaaloleeni tunini ch'ufti nama d'aloota Sadoki. Gosa Lawi keesa worra ch'allati dandae fulla AABBO Waaqa sorio irati baasaniti d'iaate isaa hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaa gara kaabaa laalu worra gadootaa ka hulee ciinca'aatitti haa tajaajilaniif baalliin kennameefitu itti hara baafata; gadoonni kunniin maruu worra leewwotaa ka fiixaa Saadooqii irraa dhalatanii akka tajaajilan kennameef isaanuma calla'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolloon karaa kaabaa fuula galteertu tun ta hayyoota itti gaafatantoota hujii addee ciinca'aa ti; hayyooti tun sanyii Zaadoqii, ilmaan Lewwi'ii worra Mootii Waan Maraatitti dhikaatee isa tajaajiliisaaf eeyyama qabuu ti» jedhe.