Ezekiel 40:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala suni, yo keesa seenani oldabrani, mirgaa bita d'iibu saditi jira, ka nami woi eegu keesa ejaanju. D'iibu suni ch'ufa d'eerinnafi ballinnileeni d'und'uma jaa jaa. D'iibu suni ch'ufa, kutaani isi jiddu, d'und'uma shani. D'iibu keesati woi eegani, yo ejata sadi dabrani, mana Mana Waaqati fuula deefatu tokooni bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sun mana worra balbala eeguu hojjaan isaa ulee tokkootii fi dalgi isaa ulee tokko qaba; manni kutaan mana hara itti baafatanii ciqilee shan wol irraa fagaata; karri kaloo haga hulee irra dhaabatanii dheerinni isaa ulee tokko.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kollooti worra eeddotaa ta cina'aa dheerinni isaanii ulee miki'ii san tokko, badhinni isaaniille ulee miki'ii san tokko; kollooti cina'aa sun ciqilee shan gargar fagaatan; dheerinni eeddummee seensuma karra soroo Galma Waaqaa bira, gara keessaatiin dhuma irra jirtuu, ulee miki'ii tokko.