Ezekiel 41:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballi kutaawwan mana woyyu'uu laddaa ka banaman; gara kolba lafa duwwa'aatiin yoo ta'u balballi tokko kolba kaabaatiin banama; balballi kuun ammo kolba gara kibbaatiin banama; huleen duwwaan dhiifame sun ciqilee shan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kollooti cinaa Galma Waaqaa balbala gara addee duwwa'aa banantu qaban. Balbalti takkattiin gara kaabaa, balbalti takkattiin gara kibbaa fuula galteerti. Addeen duwwaan sun gara maraanuu ciqilee shan.