Ezekiel 41:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Mana Waaqa suni gama ala biime, biimani isaa suni d'und'uma d'ibba toko taate. Ammalle boro Mana Waaqatifi lafa akanumati hafte taanifi boro mana Mana Waaqa iladu eju kaani jiddu biiminaani d'und'uma d'ibba toko taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun mana woyyummaa hennaa bikku ciqilee dhibbaa akka ta'e arge; mana woyyuu duuba naannayee bakka duwwaa bira lufee ijaarsa manaa gara dhiya adu'uutiin haga dhumaa yoo bikku wolumatti qaba'atti ciqilee dhibba ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni Galma Waaqaa mikee, dheerinni isaa ciqilee dhibba te'e; badhinni dalleya keessaa ka Galma Waaqaatii fi ijaarsi sun dalleya ifii woliin dheerinni ciqilee dhibba te'e.