Ezekiel 41:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle ballinna mana Mana Waaqa ila adu eju kaanifi kara moga isaa lachu deemu kaani biime, sunileeni d'und'uma d'ibba toko tae. Bada Mana Waaqatifi fulla Qulqulloofi Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqulloole
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee wol bira lufaniin ka gara lamaanii woliin dheerinni ijaarsa manaa ka kolba dhiya adu'uutiin jiru hennaa bikku ciqilee dhibbaa ta'e; hulee wol bira lufan ka mana woyyu'uu huleen woyyuunii fi huleen woyyittii woyyootaa ta gara keessaa
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni dheerinna ijaarsa gara badhinna dalleya keessaa ka Galma Waaqaa fuula galee, Galma Waaqaatiin duuba jiru mikee, soroo isaa woliin ciqilee dhibba te'e. Soroon Galma Waaqaa ka badhinna dalleya keessa ka gara keessaatitti fuula gale, addeen woyyitti'ii fi addeen irra caalaa woyyitti'ii,