Ezekiel 41:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga jala iti keeyatani, haga deresha maneeni ka oli ch'ufa, mukha siriirsani woliini qabani manati mat'ansani marsani jaarani. Deresha sunile dandaani duuchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan sadiinuu gara keessaa seenan ka naannaya ufiitii foddaawwan gara diidaa ka gaadaa qabu qaban; dhaabni manaa lafa irraa jalqabee haga fodda'aa mukaan ijaarame; cufanaan foddaawwaniillee mukumaan ijaaraman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gulantaan, irga foddaa dhidhipha'aa, seesa dhaaba manaa ka gara keessaa, waan adaala san jiru maratti muki hephellichi itti gonfameera.