Ezekiel 41:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Girgida Mana Waaqa ka garaa keesa, mata balbala gubbati d'aabani, naafa isaa ch'ufa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma huleen gara balbala mana woyyu'uu ka gara keessaa ol seensisu mukumaan ijaarame; dhaabni kutaawwan gara keessaatiin jiranii muka bifa boca qabuun ijaaramaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee balbalaan gubba'aa, dhaaba addee irra caalaa woyyitti'iitii fi dhaaba addee woyyitti'ii keessaa gara alaatiin soroo Galma Waaqaa