Ezekiel 41:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma lafaa ejite mata balbala ch'ufa gubbati ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa irraa kaasee haga balbala gubba'aa dhaaba manniinii irratti bifa boca mukkiin meexxi'iitii fi ka Kiruubeelii kaasaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa irraa kaasee haga balbalaan gubba'aatitti dhaaba addee woyyitti'ii irralle'etti dadi ol-gubba'aa ka koola qabanuu fi muki meexxi'ii irratti qiriixamaneeran.