Ezekiel 41:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dinqa suni biime, d'eerinnafi ballinnileeni wolqit'ae d'und'uma diddama tae. Duuba inni waan nani jed'e, mani kunini Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roga tokko irraa jalqabee haga roga tokkoo kutaa gara keessa gamaan jiru hennaa bikku dheerinni isaa ciqilee diddama, dalgi isaallee ciqilee diddama ta'e; achiin maayessa «Kun woyyittii woyyootaati» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dheerinna Addee Irra Caalaa Woyyittii Galma Waaqaa keessaa mikee, dheerinni isi'ii ciqilee diddama, badhinni isi'iille ciqilee diddama te'e; achiin duuba inni, «Tun addee irra caalaa woyyitti'i» jedhe.