Ezekiel 41:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi furdinna girgida Mana Waaqa biime, biimani isaa d'und'uma jaa taate. Girgida suni gama alaatini maneeni didiqo, ballinni d'und'uma afuri iti mamat'ansani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun ijaarsa dhaga'aa ka mana woyyu'uu gara keessaatiin yoo bikku yabbinni isaa ciqilee jaha ta'e; ijaarsa dhaga'aa san biratti kutaawwan hedduu dalga ciqilee afur afur qabantu ijaarameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni dhaaba dhaka'aa ka Galma Waaqaa mikee, furdinni isaa ciqilee jaa, badhinni kolloota adaala Galma Waaqaa san jiranuu tokko tokkoon isaanii ciqilee afur te'ane.