Ezekiel 41:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Furdinni girgida maneeni tana d'und'uma shani; balbala tokoti jira, ta maneeni Mana Waaqa moga mirgaatini iti mat'ansani jaarani taanini oliseenani, ammalle toko d'ibiti jira, ta maneeni gama bitatini seenani. Anini Mana Waaqa suni ka d'akhaani qarrisani marsani jaarani arge. Ballinni ijaarsa suni d'und'uma shani, lafa ira old'eerinnileeni d'und'uma jaa. Old'eerinni isaa sunini yayaba maneeni Mana Waaqati mat'ansani jaarani taanini wolqit'aa. D'akha Mana Waaqatini marsani jaarani kanafi maneeni qaalole taani jiddu, lafa akanumati hafteti jira, ta ballinni isii d'und'uma diddama; lafti akasi suni Mana Waaqa moga ch'ufa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bu'uurri mana woyyu'uu ciqilee jaha ol fagaata; bu'uurri kutaawwan diidaallee haguma san.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi Waaqaa hundee ol kaafantee itti marfantee ijaarante akka qabu dhagge; hundeen kolloota cina'aa sun hunduma san irratti ijaaranteerti. Furdinni hundee sanii ulee miki'ii ta ciqilee dheertuu jaa san tokko teete.