Ezekiel 42:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi ammalle naabo alaati na geese, mana toko ka Mana Waaqa moga mirga jiruni na d'ufe, ka mana Mana Waaqatini ila adu ira fago intahini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichi sun gara bayima itti bayan ka diidaa na fidee gara mana dhaga'aan ka hulee duwwa'aa fi kutaawwan kolba gara kaabaatiin jiruu na geesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni karaa kaabaatiin gad na baasee gara badhinna dalleyaa keessaa ka gara alaatitti na fidee, gara kolloota fuullee badhinna dalleya keessaa ka Galma Waaqaatii fi fuullee ijaarsa gara kaabaa sanitti na geesse.