Ezekiel 42:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iibu tana dura karaati jira, ka kara moga mirga kaani fakaatu. Kara kanafi kara kaanile biimani isaa takuma, balbalti inni seenunileeni haguma taka, ammalle waan ch'ufaani woli fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaawwan afoo hulee wol bira lufaniintu jira; kutaawwan sunniin akkuma kutaawwan kolba gara kaabaatiin jiranii dheerinni, dalgi, kortoon ittiin ol bayanii fi akkaataan balballan isaanii wol fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolloota san dura karaan dabaranu jira; kollooti sun dheerinnii fi badhinni isaanii, karaan gad bayanu, akki isaan itti ijaaramaneeranu, balbalti isaaniille kolloota karaa kaabaa woliin wol fakkaatan.