Ezekiel 42:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani Mana Waaqatifi naabo isatifi mana arti keesa jiru ch'ufa biime keesaa baanaani balbala ilaborutini gadi naa baase ammalle qaye suni ch'ufa biime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi sun kutaawwan mana woyyu'uu ka keessaa haga bikkee raawwateen maayessa gara balbala dallawa baya biiftu'uutiin gad na baase; achiin maayessa inni naannaya diidaa bikke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun Galma Waaqaa keessa mikee fixeen duuba, gara karra karaa aduun baatuutiin gad na baasee, adaala alaa san mike.