Ezekiel 42:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana kana, d'eerinni isaa d'und'uma d'ibba tokoti, ballinnileeni shantama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheerinni ijaarsa manaa ka gara kaabaatiin jiru ciqilee dhibbaa yoo ta'u dalgi isaa ciqilee shantama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dheerinni ijaarsaa ka balbalti isaa karaa kaabaa fuula galteertuu sun ciqilee dhibba, badhinni isaa ciqilee shantama.