Ezekiel 42:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Moga tokooni mani suni lafa akanumati hafte taani ta ballinni isii d'und'uma diddama, ta d'aatu Mana Waaqati, fuula deefata. Ammalle moga tokooni d'akha qaarisani naabo ala garaa keesani marsaniti fuula deefata. Mana kana aka faano woljalaa bubuusani wolgubbati jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bayima itti bayan ka keessaa ciqilee diddamaa lufanii kutaawwan bayima itti bayan ka afame ka diidaa kolba wol laaluun kutaawwan gamoo irraa gara gamo'oo ol guddata'aa deemanii gamoo sadihii ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa irraa ciqilee diddama irratti, fuullee afinaa dhaka'aa ka badhinna dalleya keessaa ka gara alaatitti kollooti addee bashannanaa heellichoo gubba'aa qaddu fuula wolitti galanee wol irratti sufaa sadiin ijaaramaneeran.