Ezekiel 42:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Girgidaani mana suni, gama jalaatini, haga d'und'uma shantama duuda d'iibu tokole inqabu. Ammo d'und'umi shantama ka hafe kaani d'iibu qaba. Mana gubbaa aanu, haga d'eerinni isaa gahu ch'ufa d'iibuti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kolba kutaawwan dheerinni isaa ciqilee shantamaa gara bayima itti bayan ka diidaa afoo mana dhaga'aan ijaarame tokkotu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa badhinna dalleya keessaa gara alaatiin fuullee kollootaa dalleenni dhaka'aa ka ciqilee shantama dheeratu tokko jira.