Ezekiel 43:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, waan Mana Waaqa kana worra Israeliti haasai, worri ha ijaarsa isaa kana aka dansaa ilaale hubatuti, akasiini ch'ubbu ufi arge ch'eeruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Rabbi akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! akkaataa manni woyyu'uu itti ijaaramu banii Israa'eliititti himi; isaan akkaataa manni itti ijaaramu haa hubatanii; hujii isaanii ka cubbu'uu hubatanii akka saalfatan godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Yakkaa hujane akka fokkifatanu, marroo Galma Waaqaa kolbaa Israa'eliititti himi; isaan attam akka inni itti ijaaramiisaaf karoorfameeru yaadanuu ti.