Ezekiel 43:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri Mana Waaqa kana: Mana suni, ka fiit'e gaara jiru, qayeeni isaa, haguma geetuuni, qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri mana woyyu'uu kana; naannoofni mana woyyu'uu ka qaccee gaaraa jiru maruu guddisee ka woyyoome ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri Galma Waaqaa kana: gaarri gubbaan adaallii gaaraa sun marti lafa irra caalaa woyyuu hin te'a. Kunoo, kun seera Galma Waaqaa ti.