Ezekiel 43:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubaani isaa tunini, ta sorio irati gubanileeni, old'eerinni isi d'und'uma afuri gaafi isaa, ka qota ch'ufati ejaanjuleeni, fiit'e isaa ch'ufa ira d'eerata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen irra ol bayaniin ka ciincaa irratti dhiyeessan kun dhumti isaa ka gubba'aa ol fageenni isaa ciqilee afur, gaafni hulee ciincaa ka roga arfanuu irra jiran gaadaa hulee ciinca'aa irratti ijaaran gubbaa jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen ibiddaa ta ciinca'aa hojjaan isi'ii ciqilee afur; addee ibiddaa irraa gaafoti afur ol bayeera.