Ezekiel 43:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jiddu isaa taanileeni mogaani isii ch'ufti wolqit'e ch'ufti d'und'uma kud'ani afuriti; ammalle isiini waan woi jigu d'owa, ka old'eerinni taku toko qabdi. (Wonti gingitini d'iigi sorio iti yau d'und'uma toko.) Faanoni mesa sunini olkorani gama ilaboru jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen irra ol bayaniin ka gubba'aa akkuma kaawwanii roga afurii wol qixa qaba; isaan dheerinna ciqilee kudha afuriitii fi ka dalga ciqilee kudha afurii qaban yoo ta'u wodhakkaan naannaya isaa badhinna wodhakkaa ciqilee tokkoo qaba; naannofni hulee inni irra taa'uu badhinni isaa ciqilee tokko; huleen irra ol bayaniin gara baya biiftu'uutiin jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaabiin dhaka'aa sun cinaan arfanuu wol qixxee te'ee, dheerinni isi'ii ciqilee kudhanii afur, badhinni isi'ii ciqilee kudhanii afur te'ee, badhinni xiyyoo isi'ii ka itti marfameeru gamisa ciqile'ee ti; naannoon hundee isi'ii martinuu badhinni ciqilee tokko; yaabbannooti addee ciinca'aa karaa aduun baatuun jiraniiyyu» jedhe.