Ezekiel 43:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan nani jed'e, Namicha, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Hojja waan mesa fakaata suni jaarani aki isa eebisani akana: Sorio isa gubbati gubani, d'iiga hori sorio sunile iti fifit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! ‹ciincaa ciincawu dhiyeessu'uu fi isa irratti dhiiga facaasu'uuf hennaa huleen ciinca'aa kun ijaaramu seerri hulee ciinca'aa kana irratti raawwatamu akkana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi anaan, «Ee ilma namaa! Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Addeen ciinca'aa tun hujantee, kennansi gubamu yennaa dhikaatuu fi addee ciinca'aa tana irratti dhiigi yennaa fiffixamu, seerri isaanii kana: