Ezekiel 43:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole gosa Lawi, ta d'aloota Sadoki ch'allati, na dura d'ufe naa hojata. Jibicha korma, ka sorio dabaani ufi iraa baasani baasani, ha iti kennaniti. Nami, waan kana tolcha jed'u ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gosa Leewwi'ii ka fiixaa Saadooqii keessaa dhalatan worra afoo kiyya dhaabatanii tajaajilanii akka isaan ciincaa waan dhiifamsa cubbu'uutiif dhiyeessan jibicha tokko isaanitti kennita› jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati dardara tokko ka kennansa sababa cubbu'uutiif dhikaatu, hayyoota natti dhikaatanee ana tajaajilanu, sanyii Zaadoqii gosa Lewwootaatiif kenni.