Ezekiel 43:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba d'iiga jibicha suni haga toko fuud'i, gaafa mesa sunifi qota jiddu isaatiifi moga isaa ch'ufale ibsi. Akanaani atini mesa qulqulleesite eebifta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee dhiiga diqqoo fuutee gaafa hulee ciinca'aa ka qaccee roga arfanii irra jiran, roga arfan hulee irra ol bayan ka hulee ciinca'aa irra jiru arfanii fi konoona waan ciincaa irratti dhiyeessanii maraa dibda; akkaataa kanaan hulee ciinca'aa qulqulleessitee woyyoomsita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati dhiiga isaa irraa diqqaa isaa fuudhiitii gaafota addee ciinca'aa afur irratti, roga kaabii dhaka'aa afur san irratti, marsa xiyyoo isaa mara irratti dibi. Akka kanaan addee ciinca'aa qulleessiitii, cubbuu isi'iitiif gumaa tolchi.