Ezekiel 43:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Korma sorio dabaani ufi iraa baasani fuud'i, qaye Mana Waaqa fulla isa iti gubu malaniti gubi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korma waan dhiifamsa cubbu'uutiif ciinca'aaf dhiyaate fuutee kaloo mana woyyu'uutiin ala baaftee hulee isaaf qophaayetti gubda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardara kennansa cubbu'uutiif dhikaate san fuudhiitii, adaala Galma Waaqaatitti, addee waan kanaaf adda baatetti, addee woyyitti'iin alatti gubi.