Ezekiel 43:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya torba qaaloleeni ha waan mesa fakaata suni eebifte, qulqulleesite huji kurfesituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka huleen ciinca'aa sun qulqullaayu haga guyyaa torbaa seera inni ittiin woyyoomu hojjatan; akkaataa kanaan huleen ciinca'aa woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyaa torbaaf addee ciinca'aa saniif, gumaa tolchanee isii hin woyyoonsan.