Ezekiel 43:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo bultini torbaani sunini hobaate, qaaloleeni ha sorio gubanifi sorio wold'ageeti, ta gumiini baafte, baaftuti. Duuba akasiini anini isani ch'ufa iraa gammada. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guyyaan kunniin lufeen maayessa guyyaa saddeetesso'oo irraa jalqabee worri gadootaa ciincaa keessan ka fayyumma'aatii fi ciincaa fayyinna keessanii dhiyeessan; anillee isin irraa fudhadha» jedha Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyooti kun yennaa dabarane, guyyaa saddeetesso'ootiin jalqabee gara duraatitti hayyooti kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa keessan addee ciinca'aa irratti hin dhikeessan; anille isin hin fudhadha› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.