Ezekiel 43:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsaani bibiliqu kaani balbala ilaborutini oliseene, Mana Waaqati dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinni Rabbii kolba balbala dallaya gara baya biiftu'uutiin lufee gara mana woyyu'uu seene.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni Mootii Waan Maraa karaa karra karaa aduun baatuutiin gara Galma Waaqaa akkuma seeneen,